Isaayyaas 52:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Yaa Xiyoon, dammaqi! Dammaqi! Jabinas uffadhu!+ Yaa Yerusaalem ishii magaalaa qulqulluu taate nana, uffata kee isa bareedaa uffadhu!+ Sababiin isaas, kana booda dhaqna kan hin qabannee fi xuraaʼaa kan taʼe sitti hin seenu.+
52 Yaa Xiyoon, dammaqi! Dammaqi! Jabinas uffadhu!+ Yaa Yerusaalem ishii magaalaa qulqulluu taate nana, uffata kee isa bareedaa uffadhu!+ Sababiin isaas, kana booda dhaqna kan hin qabannee fi xuraaʼaa kan taʼe sitti hin seenu.+