-
Ermiyaas 5:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sababiin isaas, manni Israaʼelii fi manni Yihudaa,
Guutummaatti na gananiiru” jedha Yihowaan.+
-
-
Ermiyaas 9:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Maal taʼa lafa onaa keessatti buufata imaltuu utuun qabaadhee!
Hundi isaanii ejjitoota,+
Tuuta gantootaas waan taʼaniif,
Silaa saba koo dhiisee, irraas fagaadhee nan deeman ture.
-