LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 48:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Lakki, ati hin dhageenye,+ ati hin beekne,

      Kanaan dura gurri kee hin banamne.

      Ati baayʼee gantuu taʼuu kee,+

      Erga dhalattee jalqabees yakkamaa jedhamtee waamamaa akka turte nan beeka.+

  • Ermiyaas 3:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 ‘Yaa mana Israaʼel, akkuma haati manaa takka gantummaadhaan abbaa manaa* ishii dhiistutti, atis dhugumaan gantummaa na irratti raawwatteetta’+ jedha Yihowaan.”

  • Hoseʼaa 5:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Isaan Yihowaa gananiiru,+

      Ilmaan orma taʼan dhalchaniiru.

      Isaanis taʼan gaʼeen* isaanii jiʼa tokko gidduutti ni badu.

  • Hoseʼaa 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Isaan garuu akka nama cubbamaatti kakuu koo cabsaniiru.+

      Isaan achitti na gananiiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi