Fakkeenya 17:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+Garaa namaa kan qoru garuu Yihowaa dha.+
3 Meetiin qodaa itti baqsan keessatti, warqiinis iddoo ibiddaa keessatti ni qorama,+Garaa namaa kan qoru garuu Yihowaa dha.+