9 Haa taʼu malee, maqaan koo saboota isaan gidduu isaanii jiraachaa turan duratti akka hin xuroofnetti, maqaa kootiif jedhee tarkaanfii nan fudhadhe.+ Sababiin isaas, yommuun biyya Gibxii keessaa isaan baasetti saboota kana duratti eenyummaa koo isaanitti beeksiseen ture.+