Isaayyaas 13:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Baabilon ishiin mootummoota hunda caalaa ulfina qabeettii taate,*+Ishiin bareedina Kaladootaa taatee fi isaan ittiin boonan,+Akkuma Sodoomii fi Gomoraa warra Waaqayyo garagalche sanaa ni taati.+ Ermiyaas 50:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Dheekkamsa Yihowaatiin kan kaʼe, bakka namni keessa jiraatu hin taatu;+Ishiin guutummaatti ni onti.+ Namni Baabilon bira darbu kam iyyuu sodaadhaan ishii ilaala,Dhaʼicha ishii irra gaʼe hundumaatiin kan kaʼes ni siiqsa.+
19 Baabilon ishiin mootummoota hunda caalaa ulfina qabeettii taate,*+Ishiin bareedina Kaladootaa taatee fi isaan ittiin boonan,+Akkuma Sodoomii fi Gomoraa warra Waaqayyo garagalche sanaa ni taati.+
13 Dheekkamsa Yihowaatiin kan kaʼe, bakka namni keessa jiraatu hin taatu;+Ishiin guutummaatti ni onti.+ Namni Baabilon bira darbu kam iyyuu sodaadhaan ishii ilaala,Dhaʼicha ishii irra gaʼe hundumaatiin kan kaʼes ni siiqsa.+