Zakkaariyaas 1:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ani saboota warra dhiphina malee jiraatan irratti dheekkamsa guddaa nan dheekkama;+ sababiin isaas, yeroo ani dheekkamsa xinnoo dheekkametti+ isaan rakkina dabalataa isaan irratti geessisaniiru.”’+
15 Ani saboota warra dhiphina malee jiraatan irratti dheekkamsa guddaa nan dheekkama;+ sababiin isaas, yeroo ani dheekkamsa xinnoo dheekkametti+ isaan rakkina dabalataa isaan irratti geessisaniiru.”’+