-
Uumama 22:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Ammas maleekaan Yihowaa yeroo lammataatiif samii keessaa Abrahaamiin waamee,
-
-
Ermiyaas 33:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Akkuma raayyaan samiiwwanii lakkaaʼamuu hin dandeenye, cirrachi galaanaas madaalamuu hin dandeenye, anis sanyii tajaajilaa koo Daawitii fi Leewwota warra na tajaajilan nan baayʼisa.’”
-