LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 98:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yihowaan fayyisuu isaa beeksiseera;+

      Saboota duratti qajeelummaa isaa mulʼiseera.+

  • Isaayyaas 11:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Guyyaa sanatti hiddi Issey+ sabootaaf mallattoo*+ taʼee dhaabbata.

      Saboonnis qajeelfama argachuuf gara isaatti garagalu,*+

      Bakki boqonnaa isaas ulfina qabeessa ni taʼa.

  • Isaayyaas 52:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaan saboota hundumaa duratti irree isaa mulʼiseera;+

      Guutummaan andaara lafaas gochawwan fayyinaa* Waaqni keenya raawwatu ni argu.+

  • Hojii Ergamootaa 13:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Sababiin isaas Yihowaan,* ‘Hamma andaara lafaatti fayyina akka labsituuf saboota kaaniif ifa akka taatu si muudeera’ jedhee nu ajajeera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi