Isaayyaas 43:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Sanyii kee baha irraa nan fida,Dhiha irraas walitti isin nan qaba.+ Ermiyaas 31:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 ‘Ati gara fuulduraatti abdii qabda.+ Ilmaan kee gara naannoo isaaniitti ni deebiʼu’ jedha Yihowaan.”+
5 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Sanyii kee baha irraa nan fida,Dhiha irraas walitti isin nan qaba.+
17 ‘Ati gara fuulduraatti abdii qabda.+ Ilmaan kee gara naannoo isaaniitti ni deebiʼu’ jedha Yihowaan.”+