-
Miikiyaas 7:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Saboonni kana ni ilaalu, isaan ciccimoo taʼanis ni salphatu.+
Harka isaaniitiin afaan isaanii ni qabatu;
Gurri isaaniis ni duuda.
17 Isaan akkuma bofaa biyyoo arraabu;+
Akkuma uumamawwan lafa irra loʼaniis hollachaa dahoo isaanii keessaa ni baʼu.
Isaan sodaadhaan romʼaa gara Waaqa keenya Yihowaa ni dhufu,
Siinis ni sodaatu.”+
-