LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 126:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yeroo sanatti afaan keenya kolfaan

      Arrabni keenyas ililchuudhaan guutame.+

      Yeroo sanatti isaan saboota gidduutti,

      “Yihowaan wantoota guguddaa isaaniif raawwate”+ jedhan.

  • Isaayyaas 26:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaa Yihowaa, harki kee ol kaʼeera, isaan garuu isa hin argan.+

      Isaan hinaaffaa saba keetiif qabdu arganii ni qaanaʼu.

      Eeyyee, ibiddi diinota keetiif qopheessite isaan ni nyaata.

  • Isaayyaas 66:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Ani waaʼee hojii isaanii fi yaada isaanii waanan beekuuf, sabootaa fi qooqa hundumaa keessaa namoota walitti qabuuf nan dhufa; isaanis dhufanii ulfina koo ni argu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi