Uumama 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaanis Abraamiin akkana jedhe: “Biyya kee, firoottan kee fi mana abbaa kee dhiisiitii gara biyya ani sitti argisiisu dhaqi.+ Uumama 15:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Abraamis deebisee, “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ani mucaa dhabuu koo fi Eliiʼezar+ namni biyya Damaasqoo mana koo kan dhaalu taʼuu isaa ni argita; egaa maal naaf kennita ree?” jedhe.
12 Yihowaanis Abraamiin akkana jedhe: “Biyya kee, firoottan kee fi mana abbaa kee dhiisiitii gara biyya ani sitti argisiisu dhaqi.+
2 Abraamis deebisee, “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, ani mucaa dhabuu koo fi Eliiʼezar+ namni biyya Damaasqoo mana koo kan dhaalu taʼuu isaa ni argita; egaa maal naaf kennita ree?” jedhe.