-
Isaayyaas 54:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Kun anaaf akkuma bara Nohi.+
-
-
Isaayyaas 62:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yihowaan harka isaa isa mirgaa, irree isaa isa jabaas kaasee akkana jedhee kakateera:
“Kana booda nyaata akka isaaniif taʼuuf midhaan kee diinotaaf hin kennu,
Namoonni biyya ormaas daadhii wayinii kee isa haaraa isa itti dhamaate hin dhugan.+
-