Isaayyaas 49:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yihowaan garuu akkana jedha: “Warri nama jabaadhaan boojiʼaman illee isa harkaa ni baafamu,+Warri cunqursitootaan boojiʼamanis ni gadhiisifamu.+ Warra si morman nan morma,+Ilmaan kees nan oolcha.
25 Yihowaan garuu akkana jedha: “Warri nama jabaadhaan boojiʼaman illee isa harkaa ni baafamu,+Warri cunqursitootaan boojiʼamanis ni gadhiisifamu.+ Warra si morman nan morma,+Ilmaan kees nan oolcha.