- 
	                        
            
            Isaayyaas 52:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Yaa Yerusaalem, awwaara kee hurgufadhu, kaʼiitii teessoo irra taaʼi.
Yaa intala Xiyoon ishii boojiʼamte nana, hidhaa morma kee irra jiru hiikkadhu.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Zakkaariyaas 9:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Yaa dubartii nana, ani dhiiga kakuu keetiitiin kan kaʼe
Hidhamtoota kee boolla bishaan hin qabne keessaa baasee nan erga.+
 
 -