Isaayyaas 49:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Hidhamtootaan, ‘Gad baʼaa!’+ Warra dukkana keessa jiraniinis,+ ‘Of mulʼisaa!’ akka jettuufi. Isaan daandiiwwan bira ni sooratu,Karaawwan dullooman* hundumaa qarqaras bakka dheedichaa ni godhatu.
9 Hidhamtootaan, ‘Gad baʼaa!’+ Warra dukkana keessa jiraniinis,+ ‘Of mulʼisaa!’ akka jettuufi. Isaan daandiiwwan bira ni sooratu,Karaawwan dullooman* hundumaa qarqaras bakka dheedichaa ni godhatu.