LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 112:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Inni nama qajeelaadhaaf akkuma ibsaa dukkana keessaa ifuutti ni ibsa.+

      ח [Heet]

      Inni gara laafessa,* araara qabeessaa+ fi qajeelaa dha.

  • Isaayyaas 9:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Uummanni dukkana keessa deemaa ture,

      Ifa guddaa arge.

      Warri biyya gaaddisa cimaa keessa jiraachaa turanis

      Ifni isaan irratti ni ife.+

  • Luqaas 1:68
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 68 “Yihowaan Waaqni Israaʼel saba isaatiif xiyyeeffannaa waan kennee fi fayyina waan isaanii fideef+ haa jajamu.+

  • Luqaas 1:79
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 79 inni warra dukkana keessaa fi gaaddidduu duʼaa jala taaʼanii jiraniif ifa kenna;+ akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi