-
1 Seenaa Baraa 14:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Fiixee tusii baakaa irraa sagalee adeemsa duulaa yommuu dhageessu, Waaqni dhugaan raayyaa waraanaa Filisxeemotaa rukutuuf si dura waan baʼeef isaan haleeli.”+
-