Isaayyaas 44:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,Isin samiiwwan ililchaa! Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa! Isin gaaronni,Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+ Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+ Isaayyaas 49:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+ Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+ Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+
23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,Isin samiiwwan ililchaa! Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa! Isin gaaronni,Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+ Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+
13 Isin samiiwwan ililchaa, atis yaa lafaa gammadi.+ Gaaronni ililchuudhaan haa gammadan.+ Sababiin isaas, Yihowaan saba isaa jajjabeesseera,+Namoota isaa warra cunqurfamanittis gara laafina ni argisiisa.+