LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 49:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yihowaan akkana jedha:

      “Yeroo fudhatama qabutti* deebii siif kenneera,+

      Guyyaa fayyinaattis si gargaareera;+

      Ani sabootaaf kakuu godhee si kennuuf eegumsa siif nan godha,+

      Kunis biyyattii deebistee akka ijaartuuf,

      Dhaala isaanii isa one akka isaan dhaalchistuuf,+

  • Hisqiʼel 36:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Namoonnis, “Lafti onee ture akkuma iddoo biqiltuu Eedan+ taʼeera; magaalonni diigamanii, onanii fi jiganii turan amma magaalota dallaa dhagaa qabanii fi kan namni keessa jiraatu taʼaniiru”+ ni jedhu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi