- 
	                        
            
            Isaayyaas 62:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Ati kana booda dubartii dhiifamte jedhamtee hin waamamtu,+
Biyyi kees kana booda ona jedhamtee hin waamamtu.+
Kanaa mannaa, ati Ishii Ani Itti Gammadu jedhamtee waamamta,+
Biyyi kees Ishii Heermute jedhamtee waamamti.
Sababiin isaas, Yihowaan sitti ni gammada,
Biyyi kees akkuma dubartii heerumtee ni taati.
 
 -