LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 149:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Yihowaan saba isaatti ni gammada.+

      Garraamota fayyina ni gonfachiisa.+

  • Sefaaniyaa 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Waaqni kee Yihowaan si gidduu jira.+

      Inni isa jabaa waan taʼeef, si fayyisa.

      Inni baayʼee sitti gammada.+

      Jaalala siif qabuun kan kaʼe ni callisa.*

      Inni sitti gammaduu isaa ililchuudhaan ni argisiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi