LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 36:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee inni amanamaan hammam ulfina qabeessa dha!+

      Ilmaan namootaa gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.+

       8 Isaan badhaadhina* mana keetii irraa dhuganii ni quufu,+

      Atis laga gammachuu kee irraa akka dhugan ni goota.+

  • Faarfannaa 63:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Gaʼee hunda caaluu fi filatamaa taʼeen waanan* quufeef,

      Afaan koo gammachuudhaan si jajata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi