LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 58:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sanbataaf jettee guyyaa koo isa qulqulluutti faayidaa* ofii keetii duukaa buʼuu irraa yoo of qusatte,*+

      Sanbata guyyaa gammachuu guddaa, guyyaa qulqulluu kan Yihowaa, guyyaa ulfina qabeessa jettee yoo waamte,+

      Faayidaa ofii keetii duukaa buʼuu fi dubbii gatii hin qabne dubbachuu mannaa yoo isa kabajje,

      14 Yihowaatti baayʼee ni gammadda,

      Anis iddoowwan ol kaʼoo lafaa irra akka guluftu nan godha.+

      Dhaala abbaa kee Yaaqoob irraa akka nyaattus* nan godha,+

      Kana afaan Yihowaatu dubbate.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi