LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 13:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Guyyoota sanatti ani namoota Yihudaa keessatti guyyaa Sanbataatti+ wayinii cuunfan, midhaan fidanii harree irratti feʼan, akkasumas daadhii wayinii, firii wayinii, harbuu fi feʼumsa akaakuu adda addaa guyyaa Sanbataatti gara Yerusaalemitti fidan nan arge.+ Kanaafuu, guyyaa sanatti miʼawwan akka hin gurgurre* isaan nan akeekkachiise.

  • Isaayyaas 56:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Namni kana raawwatu,

      Ilmi namaa kanatti maxxanu,

      Inni Sanbata eeguu fi isa hin xureessine,+

      Inni hammina akkamii iyyuu raawwachuu irraa harka isaa deebisus gammadaa dha.

  • Ermiyaas 17:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yihowaan akkana jedha: “Of* eeggadhaa, guyyaa Sanbataatti baʼaa akkamii iyyuu hin baatinaa yookiin karaa karrawwan Yerusaalem ol hin galchinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi