Ermiyaas 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Dhaalli koo anaaf akkuma allaattii adamsitee nyaattuu fi halluu adda addaa* qabduu ti;Allaattiiwwan adamsanii nyaatan kaan itti marsanii ishii miidhu.+ Isin bineensonni hundi kottaa walitti qabamaa,Kottaatii nyaadhaa.+
9 Dhaalli koo anaaf akkuma allaattii adamsitee nyaattuu fi halluu adda addaa* qabduu ti;Allaattiiwwan adamsanii nyaatan kaan itti marsanii ishii miidhu.+ Isin bineensonni hundi kottaa walitti qabamaa,Kottaatii nyaadhaa.+