-
Isaayyaas 56:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Isin bineensonni bosonaa hundi,
Isin bineensonni bosonaa daggala keessa jirtan hundi, kottaatii nyaadhaa.+
-
-
Ermiyaas 7:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Reeffi namoota kanaas allaattiiwwan samiitii fi bineensota lafaatiif nyaata ni taʼa; namni tokko illee sodaachisee isaan hin ariʼu.+
-