LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 16:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Daandii hundumaa irratti iddoo hundumaa caalaa beekamaa taʼetti iddoowwan ol kaʼoo kee ijaarratteetta; nama achiin darbu hundumaatiif of dhiheessuudhaan*+ bareedina kee gara wanta jibbisiisaa taʼetti jijjiirteetta; sagaagalummaa kees baayʼisteetta.+

  • Hisqiʼel 16:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Namoonni sagaagaltoota hundumaatiif kennaa ni kennu;+ warra kajeellaa isaaniitiin si duukaa buʼan hundumaatiif kennaa kan kenne garuu siʼi;+ sagaagalummaa raawwachuuf naannoo hundumaa irraa gara kee akka dhufaniif ati mattaʼaa isaaniif ni kennita.+

  • Hisqiʼel 23:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Ishiin qaanii malee sagaagalummaa raawwachuu fi qullaa ishii saaxiluu ishii yommuu itti fuftetti,+ akkuman obboleettii ishii irraa jibbaan garagaletti, ishii irraas jibbaan nan garagale.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi