LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 106:39, 40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Isaan hojiiwwan isaaniitiin ni xuraaʼan;

      Gochawwan isaaniitiin karaa hafuuraa sagaagalummaa ni raawwatan.+

      40 Kanaafuu, dheekkamsi Yihowaa saba isaa irratti ni bobaʼe,

      Dhaala isaas ni jibbe.

  • Ermiyaas 6:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yaa Yerusaalem, akeekkachiisa fudhadhu; taʼuu baannaan garuu, si jibbeen si irraa gora;+

      Ani biyya one isa namni keessa hin jiraanne sin godha.”+

  • Ermiyaas 12:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Dhaalli koo akkuma leenca bosona keessa jiruu natti taate.

      Na irratti baroodde.

      Kanaafuu, ishii nan jibbe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi