Leewwota 26:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “‘Isin utuma biyya diinota keessanii keessa jirtanii, biyyattiin guyyoota ona taatee itti turtu hundumaatti idaa sanbataa ishii irra jiru ni kaffalti. Yeroo sanatti biyyattiin idaa sanbataa ishii irra jiru kaffaluu waan qabduuf ni boqotti.*+ Ermiyaas 9:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani Yerusaalemiin tuullaa dhagaa,+ holqa sardiidotaa nan godha,+Magaalota Yihudaas ona, bakka namni keessa hin jiraanne nan godha.+
34 “‘Isin utuma biyya diinota keessanii keessa jirtanii, biyyattiin guyyoota ona taatee itti turtu hundumaatti idaa sanbataa ishii irra jiru ni kaffalti. Yeroo sanatti biyyattiin idaa sanbataa ishii irra jiru kaffaluu waan qabduuf ni boqotti.*+
11 Ani Yerusaalemiin tuullaa dhagaa,+ holqa sardiidotaa nan godha,+Magaalota Yihudaas ona, bakka namni keessa hin jiraanne nan godha.+