Baʼuu 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+ Luqaas 1:46 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 46 Maariyaamis akkana jette: “Lubbuun koo* Yihowaa* jajatti;+ Luqaas 1:49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 sababiin isaas, inni humna qabeessa taʼe sun wantoota guguddaa naaf godheera; maqaan isaas qulqulluu dha;+
11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+
49 sababiin isaas, inni humna qabeessa taʼe sun wantoota guguddaa naaf godheera; maqaan isaas qulqulluu dha;+