-
Hisqiʼel 33:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Kunoo, ati isaaniif akkuma sirba jaalalaa sagalee bareedaa fi meeshaa muuziqaa ribuu qabuun dandeettii guddaadhaan sirbamee ti. Dubbii kee ni dhagaʼu; garuu namni hojii irra oolchu hin jiru.
-