6 Namni hubannaa hin qabne, gantummaa babalʼisuu fi wanta sirrii hin taane Yihowaa irratti dubbachuuf,
Isa beelaʼe garaa duwwaa gadhiisuuf,
Isa dheebotes wanta dhugamu dhowwachuuf,
Wallaalummaa ni dubbata,
Garaan isaas wantoota miidhaa geessisan ni qopheessa.+