- 
	                        
            
            Ermiyaas 5:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Daandiiwwan Yerusaalem irra asii fi achi deemaa.
Asii fi achi ilaalaa, qalbeeffadhaas.
Nama haqa raawwatu,+
Nama amanamaa taʼuu barbaadu tokko argachuu yoo dandeessaniif,
Addabaabayiiwwan ishii keessa barbaadaa,
Anis ishiidhaaf dhiifama nan godha.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 22:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
30 “‘Biyyattiin akka hin balleeffamneef, ani isaan gidduudhaa nama dallaa dhagaa sana haaressu yookiin baqaqaa sana gidduu na dura dhaabbatu barbaadaan ture;+ garuu nama tokko illee hin arganne.
 
 -