Baʼuu 32:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Museenis akkana jedhee Waaqa isaa Yihowaa kadhate:+ “Yaa Yihowaa, ati humna kee isa guddaa fi harka kee isa jabaadhaan biyya Gibxii keessaa saba kee erga baastee booda, aariin kee isaan irratti akka bobaʼu maaliif goota?+ Faarfannaa 106:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Inni haxaaʼee isaan balleessuuf kaʼee ture,Haa taʼu malee, Museen inni isaaf filatame sunDheekkamsi isaa inni badiisa fidu isaan irraa akka goru gochuuf isaaniif ni kadhate.*+
11 Museenis akkana jedhee Waaqa isaa Yihowaa kadhate:+ “Yaa Yihowaa, ati humna kee isa guddaa fi harka kee isa jabaadhaan biyya Gibxii keessaa saba kee erga baastee booda, aariin kee isaan irratti akka bobaʼu maaliif goota?+
23 Inni haxaaʼee isaan balleessuuf kaʼee ture,Haa taʼu malee, Museen inni isaaf filatame sunDheekkamsi isaa inni badiisa fidu isaan irraa akka goru gochuuf isaaniif ni kadhate.*+