LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 14:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Balleessaan keenya kan nu irratti ragaa baʼu taʼus,

      Yaa Yihowaa, maqaa keetiif jedhiitii tarkaanfii fudhadhu.+

      Yeroo baayʼee amanamoo utuu hin taʼin hafneerra,+

      Cubbuu kan hojjenne si irratti dha.

  • Hoseʼaa 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Koorri Israaʼel isa irratti* ragaa baʼeera;+

      Israaʼelii fi Efreem balleessaa isaaniitiin gufataniiru,

      Yihudaanis isaanii wajjin gufateera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi