LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 49:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Atis garaa keetti,

      ‘Ani dubartii ijoolleen ishii jalaa duʼanii fi dhabduu,*

      Kan boojiʼamtee fi mana hidhaatti kan galte taʼee utuun jiruu,

      Abbaan ijoollee kana naaf dhalche eenyu?

      Ijoollee kana kan guddise hoo eenyu?+

      Kunoo, ani kophaatti hafeera,+

      Maarree, isaan kun eessaa dhufan?’ jetta.”+

      22 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      “Kunoo, ani gara sabootaatti harka koo nan kaasa,

      Gara namootaattis mallattoo* koo nan kaasa.+

      Isaan ijoollee dhiiraa kee harka* isaaniitti qabatanii ni fidu,

      Ijoollee durbaa kees gateettii isaaniitti ni baatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi