32 Ilmaan Keexuraan+ saajjatoon Abrahaam deesse, Zimraan, Yoqshaan, Meedaan, Miidiyaan,+ Ishbaakii fi Shuʼaa+ turan.
Ilmaan Yoqshaan, Sheebaa fi Deedaan+ turan.
33 Ilmaan Miidiyaan, Eefaa,+ Eefeer, Hanook, Abiidaa fi Eldaaʼaa turan.
Kanneen kun hundi ilmaan Keexuraa turan.