Isaayyaas 61:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Isin garuu, luboota Yihowaa jedhamtanii ni waamamtu;+Isaanis tajaajiltoota Waaqa keenyaa jedhanii isin waamu. Isin qabeenya sabootaa ni nyaattu,+Ulfina* isaaniitiin kan kaʼes ni boontu.
6 Isin garuu, luboota Yihowaa jedhamtanii ni waamamtu;+Isaanis tajaajiltoota Waaqa keenyaa jedhanii isin waamu. Isin qabeenya sabootaa ni nyaattu,+Ulfina* isaaniitiin kan kaʼes ni boontu.