-
Isaayyaas 23:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Xumura waggaa 70 sanaatti, Yihowaan xiyyeeffannaa isaa gara Xiirositti ni deebisa; ishiinis gara gatii ishiitti deebitee mootummoota addunyaa warra lafa irratti argaman hundumaa wajjin ni sagaagalti. 18 Haa taʼu malee, buʼaan ishii fi gatiin ishii Yihowaadhaaf qulqulluu ni taʼa. Isaan hamma quufanitti akka nyaatanii fi uffata miidhagaa akka uffataniif, gatiin ishii warra Yihowaa dura jiraataniif taʼa malee, walitti hin qabamu yookiin hin kuufamu.+
-