LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 61:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Isin garuu, luboota Yihowaa jedhamtanii ni waamamtu;+

      Isaanis tajaajiltoota Waaqa keenyaa jedhanii isin waamu.

      Isin qabeenya sabootaa ni nyaattu,+

      Ulfina* isaaniitiin kan kaʼes ni boontu.

  • Haagee 2:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “‘Ani saboota hundumaa nan sochoosa; wantoonni gatii guddaa qabanis* saboota hundumaa keessaa ni dhufu;+ mana kanas ulfinaan nan guuta’+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

      8 “‘Meetiin kan koo ti, warqiinis kan koo ti’ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi