- 
	                        
            
            Isaayyaas 8:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
6 “Sabni kun bishaanota Shiloʼaa* warra suuta jedhanii yaaʼan tuffatee+
Reezinii fi ilma Remaaliyaatti+ waan gammadeef,
7 Kunoo, Yihowaan
Bishaanota Lagichaa* warra jajjaboo fi babalʼoo taʼan,
Mootii Asoorii+ fi ulfina isaa hundumaa isaanitti ni fida.
Inni yaaʼaawwan bishaanii isaa hundumaa guutee
Qarqara isaa hundumaa irra ni dhangalaʼa;
 
 -