Isaayyaas 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Bara Akaaz+ ilma Yotaam, ilma Ooziyaa isa mootii Yihudaa taʼetti, Reezin mootiin Sooriyaa fi Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel, Yerusaalemiin waraanuuf ol ni baʼan; taʼus inni* ishii qabachuu hin dandeenye.+
7 Bara Akaaz+ ilma Yotaam, ilma Ooziyaa isa mootii Yihudaa taʼetti, Reezin mootiin Sooriyaa fi Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel, Yerusaalemiin waraanuuf ol ni baʼan; taʼus inni* ishii qabachuu hin dandeenye.+