Keessa Deebii 32:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+ Faarfannaa 33:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Inni qajeelummaa fi haqa ni jaallata.+ Lafti jaalala Yihowaa isa amanamaadhaan guutamteetti.+ Faarfannaa 37:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Sababiin isaas, Yihowaan haqa ni jaallata,Warra isaaf amanamoo taʼanis hin gatu.+ ע [Ayiin] Isaan yeroo hundumaa eegumsa ni argatu;+Sanyiin hamootaa garuu ni balleeffama.+
4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+
28 Sababiin isaas, Yihowaan haqa ni jaallata,Warra isaaf amanamoo taʼanis hin gatu.+ ע [Ayiin] Isaan yeroo hundumaa eegumsa ni argatu;+Sanyiin hamootaa garuu ni balleeffama.+