LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 40:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa dubartii Xiyooniif misiraachoo fiddu nana,+

      Gara gaara dheeraatti ol baʼi.

      Yaa dubartii Yerusaalemiif misiraachoo fiddu nana,

      Humnaan sagalee kee ol kaasii iyyi.

      Sagalee kee ol kaasi, hin sodaatin.

      “Waaqni keessan kunoo ti” jedhiitii magaalota Yihudaatti labsi.+

      10 Kunoo, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan humnaan ni dhufa,

      Irreen isaas isaaf ni bulcha.+

      Kunoo, badhaasni isaa isa bira jira,

      Gatiin inni kaffalus isa dura jira.+

  • Mulʼata 22:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “‘Kunoo, ani dafeen dhufa, tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii hojii isaatti isaaf kaffaluuf, badhaasni ani kennu ana bira jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi