37 Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete taʼus, isaan isatti hin amanne; 38 kunis kan taʼe, wanti Isaayyaas raajichi, “Yaa Yihowaa, wanta nu irraa dhagaʼetti kan amane eenyu?+ Irreen Yihowaa hoo eenyutti mulʼifame?”+ jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture.