Sefaaniyaa 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isin garraamonni* lafa irraa hundi,Isin warri labsiiwwan* isaa warra qajeeloo eegdan, Yihowaa barbaaddadhaa.+ Qajeelummaa barbaaddadhaa, garraamummaas* barbaaddadhaa. Tarii guyyaa dheekkamsa Yihowaatti ni golgamtu taʼa.+ Hojii Ergamootaa 10:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Yeroo kanatti Pheexiros akkana jedhee dubbachuu jalqabe: “Waaqayyo akka hin loogne ani amma dhuguma hubadheera;+ 35 kanaa mannaa, saba hundumaa keessaa namni isa sodaatuu fi wanta sirrii taʼe hojjetu isa biratti fudhatama qaba.+
3 Isin garraamonni* lafa irraa hundi,Isin warri labsiiwwan* isaa warra qajeeloo eegdan, Yihowaa barbaaddadhaa.+ Qajeelummaa barbaaddadhaa, garraamummaas* barbaaddadhaa. Tarii guyyaa dheekkamsa Yihowaatti ni golgamtu taʼa.+
34 Yeroo kanatti Pheexiros akkana jedhee dubbachuu jalqabe: “Waaqayyo akka hin loogne ani amma dhuguma hubadheera;+ 35 kanaa mannaa, saba hundumaa keessaa namni isa sodaatuu fi wanta sirrii taʼe hojjetu isa biratti fudhatama qaba.+