Isaayyaas 55:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yeroo inni argamutti Yihowaa barbaaddadhaa.+ Yeroo inni dhihoo jiruttis isa waammadhaa.+ 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+
6 Yeroo inni argamutti Yihowaa barbaaddadhaa.+ Yeroo inni dhihoo jiruttis isa waammadhaa.+ 7 Namni hamaan daandii isaa,Namni jalʼaanis yaada isaa haa dhiisu;+Dhiifamni isaa guddaa waan taʼeef,*+Gara Yihowaa isa gara laafina itti argisiisutti, gara Waaqa keenyaatti haa deebiʼu.+