1 Mootota 12:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Guutummaan Israaʼelis Yeroboʼaam deebiʼuu isaa akkuma dhagaʼaniin, gara yaaʼichaatti isa waamanii guutummaa Israaʼel irratti mootii isa godhan.+ Gosa Yihudaatiin alatti, namoota sana keessaa tokko illee mana Daawit duukaa hin buune.+
20 Guutummaan Israaʼelis Yeroboʼaam deebiʼuu isaa akkuma dhagaʼaniin, gara yaaʼichaatti isa waamanii guutummaa Israaʼel irratti mootii isa godhan.+ Gosa Yihudaatiin alatti, namoota sana keessaa tokko illee mana Daawit duukaa hin buune.+